Romans 11:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bukoo takkaa irraa diqqoon isi'ii mataa godhantee, Waaqaaf kennante yoo woyyoonte, bukoon duudiinuu woyyuu teeti; akkasuma hiddi muka tokkoolle Waaqaaf kennamee yoo woyyoome, dameeleelle woyyuu hin teeti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo qit'a qara bukheesani Waaqaa kennani, yoosi qit'aani ch'ufti ka isaati; ammalle yo hidda mukha Waaqaa kennani, dameleeni tami isaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo qixxaa qaraa bukeessan Waaqaa kennan, yoos qixxaan cuftii ka isaati; ammallee yo hiddii mukaa qulqulloo ta'ee, dameelleelleen qulqulloo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hangafni yoo woyyuu ta'e, worri hafe ammo woyyoota ta'an. Hiddi yoo woyyuu ta'e, dameen isaallee akkasuma woyyuu ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hangafni woyyuu yoo ta'e, worri hafe ammoo woyyoota ta'an. Hiddi woyyuu yoo ta'e, dameen isaallee akkasuma woyyuu ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bukoo bifa tokkoo irraa kutaan jalqabaa ka Qulqullaayome qabu yoo ta'e, miciqaan marrinuu ka qulqullaawome qabu ni ta'a, akkuma kana hiddi muka tokkoo ka Qulqullaawoma qabu yoo ta'e, dameewwan isaa'llee ka qulqullaawoma qaban ni ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bukoo takkaa irraa diqqoon isi'ii mataa godhantee, Waaqaaf kennante yoo woyyoonte, bukoon duudiinuu woyyuu teeti; akkasuma hiddi muka tokkoolle Waaqaaf kennamee yoo woyyoome, dameeleelle woyyuu hin teeti.