Romans 11:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ati ammoo, “Akka ani addee isi'ii bu'ee itti qabadhuuf dameeleen sun caccadde” hin jetta fa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani waan jettani, Damele ch'ach'absani akasiini fulla isii nuu kennani jettani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan ammoo: “Damelee cacabsanii akkasiin fulaa isii nuu kennan” jettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu, «Akka ani galuuf dameen cabeera» jetta ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu, «Akka ani galuuf dameen caabeera» jetta ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu, «Dameewwan cacabanii wonitti kufaniif, ani bakka isaanii akka bu'uuf» ni jettan ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo, «Akka ani addee isi'ii bu'ee itti qabadhuuf dameeleen sun caccadde» hin jetta fa'a.