Romans 11:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi kolbaa dursee fooyate hin ganne. Marroo Eliyaasii, Israa'eliin mormee Waaqa itti kadhatee, waan Barreeffam Woyyichi jedhu, isin hin beettanuu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi gumi ufi indinne, ta inni haguma qarati fohate. Waan t'aafiini jettu inuma beetani, aka Eliyaani fuula Waaqa durati Israeli himatu:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii gumii ufii ta duruu foohate hindinne. Barreessii “Akka Eliyaas fuula Waaqaa duraatti Israa'eli himatuu inuma beettan” jettu hindubbimnee?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi banii duraan beeke hin ganne. Isin waan Eliyaasii attamitti akka Rabbiin afo'otti Israa'eliin himate kitaabni maal akka jedhe hin beettanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi banii duraan beeke hin ganne. Isin waan Eliyaasii attamitti akka Rabbiin afo'otti Israa'eliin himate kitaabni maal akka jedhe hin beettanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni durssee ummata filate hin ganneen, Kitaabnni Qulqulluun waayee Eliyaas maal akka jedhe, hin yaadattan ree? Akkuma kana Eliyaas ummata Israa'eelii Waaqa duranatti, maal jedhee akka isaan himate, hin beekittan ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi kolbaa dursee fooyate hin ganne. Marroo Eliyaasii, ka Israa'eliin mormee Waaqa itti daadimatee, waan Barreeffam Woyyichi jedhu, isin hin beettanuu?