Romans 11:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Yihudoota dameelee dadante te'ane yoo adde'etti hin lakkisin, adde'etti si lakkisa jettee yaadattaa?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi Yahudiyu ta aka dame mukha jirtu illakimne, waan inni isani lakisu seetani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii Yihudiiyyuu ta akka damee mukaa jirtu hinlakkimnee, waan innii isan lakkisu seetanii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi dameewwan akka dhalatanii jiranii yoo garaa hin laafne ta'e, siifillee akkasuma garaa waan hin laafneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi dameewwan akka dhalatanii jiranii yoo garaa hin laafne ta'e, siifillee akkasuma garaa waan hin laafneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni uumamaan Yihudota dameewwan ta'aniif, yoo garaa isaanii ka hin laafnne ta'e, isiniif'llee garaa hin laafu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Yihudoota dameelee dadante te'ane yoo adde'etti hin lakkisin, adde'etti si lakkisa jettee yaadattaa?