Romans 11:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Asitti Waaqi attam akka gadhaa laafuu fi attam akka gadha jabaatu dhaggina. Inni worra jiganetti gadhaa jabaata, ati gadhi laafummaa isaatiin ka jabaattee jiraattu yoo teete si'iif ammoo gadhaa laafa. Ammoo ati yoo gadhi laafummaa isaatiin jabaattee hin jiraatin, atille irraa hin caccadda.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Armati aka Waaqi naasufi jabeenna qabu ingartani. Inni worra jige ingaargalcha, ammo isanii naha, yo isani naasu isaa gula yaatani; ammo yo isani gula iyaane, isanileeni inch'abdani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Armatti akka Waaqii naasuu fi jabeenna qabu ingartan. Innii warra jige hingaargalchaa, ammoo yo isan naasuu isaa gula yaatan isanii na'a; isaniilleen yo gula hin yaane, incaphixxan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu gara laafummaa Rabbiitii fi gar jabummaa isaa laali. Gar jabummaan isaa worra kufan irratti; yoo arjummaa isaatiin jabaattee jiraatte ammo, arjummaan Rabbii si irra jira. Akkas yoo ta'uu dhabaate atillee akkasuma hin muramta.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu gara laafummaa Rabbiitii fi gar-jabummaa isaa laali. Gar-jabummaan isaa worra kufan irratti; arjummaa isaatiin jabaattee yoo jiraatte ammoo, arjummaan Rabbii sirra jira. Akkas yoo ta'uu dhabaate atillee akkasuma hin muramta.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa arjjoomnnii Waaqaatii fi sodaachisummaa isaa laalaa, sodaachisummaan isaa ka muldhisu worra kufan irratti yoo ta'u, arjjoomnni isaa ka muldhisu garuu isiniif, kana'llee ka raawwatu isa amanu'uun isatti amanu'uun jabaattanii yoo jiraattan, jabaachuu yoo dhabaattan garuu isin'llee muramttanii ni kufttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Asitti Waaqi attam akka gadhaa laafuu fi attam akka gadhaa jabaatu dhaggina. Inni worra jiganetti gadhaa jabaata, ati gadhi laafummaa isaatiin ka jabaattee jiraattu yoo teete si'iif ammoo gadhaa laafa. Ammoo ati yoo gadhi laafummaa isaatiin jabaattee hin jiraatin, atille irraa hin caccadda.