Romans 11:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudootille yoo dhugeeffatiisa dhaba isaanii lakkisane, isaan addee dur jiranutti hin deebi'an; sababille Waaqi san godhiisaaf dande'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudi, yo garaa laafte d'ugefatte, fulla isiiti deebisani, waan Waaqi worra deebisu dandaufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudii, yo isiin garaa laaftee dhugeeffatte, waaqii waan warra deebisuu dandaa'uuf fulaa isii ta duriitti deebisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan amanuu dhabuu isaaniitiin jabaatanii yoo dhaabatuu baatan, deebi'anii muka keessa seenan. Rabbi deebisee isaan galchuu waan danda'uuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan amanuu dhabuu isaaniitiin jabaatanii dhaabatuu yoo baatan, deebi'anii muka keessa seenan. Rabbi deebisee isaan galchuu waan danda'uuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yihudonni amanuu dhabuu isaanii uduu dhabamisiisanii gara bakka isaanii ka durii titti ni deebi'an, Waaqinni gara bakka isaanii ka durii titti isaan deebisu'uuf ni danda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudootille yoo dhugeeffatiisa dhaba isaanii lakkisane, isaan addee dur jiranutti hin deebi'an; sababille Waaqi san godhiisaaf dande'a.