Romans 11:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin worri Yihudoota hin te'in, ka dameelee ejersa badda'aa ta caccadde teetane, ejersaa ficha'atti dhabametti qassiifamuu yoo dandeettane, Yihudooti dadamaan dameelee ejersa ficha'a te'ane, addee ifii duriitti deebi'ane attam qassiifamuu dadhaban ree!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani gochiti d'ibiini aka damele ejersa raasa keesa jiru, ta ch'ach'absani jirtani, ammo aada male isani ejersa oobru keesa jiruuni wolti mat'antani. Yahudiini aka mukha oobrani kana jirti; tanaafi guddo Waaqaa laaftu, aki inni damele mukha kana ta ch'ach'absani ka d'ibiti mat'ansu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan gochitii dhibiin akka dameelee ejersa raasaa keessa jiruu, ta cacabsanii jirtan; ammoo aadaa malee isan ejersa oobruu keessa jiruun walti maxantan. Yihudiin akka muka oobranii kana jirti; tanaaf guddoo Waaqaa laaftuu, akka innii dameelee muka kanaa ta cacabsan ka dhibiitti maxansu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati uumamaan ejersa gammoojji'ii irraa muramtee akka uumama keetii uduu hin taane, yoo ejersa mishaa keessa seente, caala'atti dameewwan uumamaan jiran, sunniin ejersa ufiititti attamitti hin galle?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati uumamaan ejersa gammojji'ii irraa muramtee akka uumama keetii uduu hin taane, yoo ejersa mishaa keessa seente, caala'aatti dameewwan uumamaan jiran, sunniin ejersa ufiititti attamitti hin galle?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin Ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne garuu, uumaamaan dameewwan muka ejerssaa ka bosonaa taatanii uduu jirttan, bakka keessan malee muka ejerssaa ka bosonaa taatanii uduu jirttan bakka keessan malee dameewwan muka ejerssaa ka dawo'oo Yihudonni ta'an ammoo, gara bakka isaanii ka durii titti deebi'anii, horddofuun attamitti isaaniif hin dandeenne ree!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri Yihudoota hin te'in, ka dameelee ejersa badda'aa ta caccadde teetane, ejersaa ficha'atti dhabametti qassiifamuu yoo dandeettane, Yihudooti dadamaan dameelee ejersa ficha'a te'ane, addee ifii duriititti deebi'ane attam qassiifamuu dadhaban ree!