Romans 11:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre kolbaan Israa'elii marti hin fayyiti. Barreeffam Woyyichi, “Fayyisaan Xiyoon irraa hin dhufa, hammeenna sanyii Yaaqoobii irraa hin balleessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Israeliini ch'ufti kara kanaani baafamti. Akuma t'aafiini jettu, Qarqaarsi Sioni keesaa d'ufa, inni hameenna ch'ufa d'aloota Yakobo keesaa baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Israa'elin cuftii karaa kanaan baafamti. Barreessiin qulqulloon, “Qarqaarsii Xiyoon keessaa dhufa, innii hammeenna cufaa dhaloota Yaqoob keessaa baasa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma Israa'el maruu hin fayya akkuma jedhamee barreeffame, «Qorsi Tsiyooniin irraa dhufa. Yaaqoobiin irraa cubbuu hin balleessa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma Israa'el maruu hin fayya akkuma jedhamee barreeffame, «Qorsi Tsiyooniin irraa dhufa. Yaaqoobiin irraa cubbuu hin balleessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa bifa kanaan Israa'eeloonni marrinuu ni fayyan. Kanaaf'llee akkana jedhamee barreeffamee jira, «Fayyisaan Xiyoonii ni dhufa, fiixaa Yaaqoobii mara irraa'llee badumaa ni dhabamsiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre kolbaan Israa'elii marti hin fayyiti. Barreeffam Woyyichi, «Fayyisaan Xiyoon irraa hin dhufa, hammeenna sanyii Yaaqoobii irraa hin balleessa.