Romans 11:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani yenna cubbuu isaanii isaan irraa fuudhu, gondooroo tana isaan woliin gondooradha” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini wold'aqisa kana worra woliini tolcha, gaafa anini daba worra iraa fuud'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammallee gaafa cubbuu warra irraa fuudhuu, anin waldhaqiisa kana warra waliin tolcha” jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuu isaaniillee hennaa isaan irraa fuudhe waadaan ani isaan woliin galu kana.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Cubbuu isaaniillee hennaa isaan irraa fuudhe waadaan ani isaan woliin galu kana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Cubbuu isaanii'llee isaanii yeroo dhabamsiisetti, isaan woliin dubbiin waada'aa ka ani aseenuu kana.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa cubbuu isaanii isaan irraa fuudhu, gondooroo tana isaan woliin gondooradha» jedha.