Romans 11:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti Oduu Gammadaa waan hin fudhatiniif, bu'aa teessaniif jedhanee diinota Waaqaa te'aneeran. Karaa filanno'ootiin ammoo, sababa abbootii isaaniitiif jaalota Waaqaa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro isani gosa d'ibitiifi Yahudiini waan Odu Dansa diduufi nyaapa Waaqati. Ammo maro Waaqi ababoota worrati jed'e worra fohateefi worri jaallaani isaati
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo isanii gosa dhibiitiif Yihudiin waan Oduu Dansaa dideef nyaapha Waaqaa taati. Ammoo marroo Waaqii ababoota warraatii jedhee warra foohateef warrii jaallan isaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa Dubbii Nagayaatiin waan keessaniif diintota ta'aniiru. Karaa filanno'ootiin ammo waan abbootaatiif jaalatamtoota.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaa Oduu Nagayaatiin waan keessaniif diintota ta'aniiru. Karaa filaanno'otiin ammoo waan abbootaatiif jaalatamtoota.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Israa'eeloonni dubbii Wongeelaa fudhachuu dhabuu isaaniitiin, waayee keessan waayee faayidaa Ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanneetiif, diinota Waaqaa ta'anii jiran. Garuu karaa filanna'aatiin waayee abbootii gosatiin, isaan waaheloota Waaqaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti Oduu Gammadaa waan hin fudhatiniif, bu'aa teessaniif jedhanee diinota Waaqaa te'aneeran. Karaa filanno'ootiin ammoo, sababa abbootii isaaniitiif jaalota Waaqaa ti.