Romans 11:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kennansaa fi waamichi Waaqaa hin jijjiiramu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi qalbi ufi worra fohate eebise iraa garaingalfatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii qalbii ufii warra foohatee eebbise irraa gara hingalfatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi kenna'aa fi badhaadha waamsa ufiitiin hin gaabbu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi kenna'aa fi badhaadha waamsa ufiitiin hin gaabbu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni eega filatee fi kennaa isaa ka bilisaa eega kenneen duubatti, waan raawwateen yaada isaa hin jijjiiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansaa fi waamichi Waaqaa hin jijjiiramu.