Romans 11:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni, “Gootta'a! Isaan raagota teeti ijjeesaneeran, addee ciinca'aa keeti diiganeeran; ana qofatti hafe; lubbuu tiyyalle barbaadiisatti jiran” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbo, worri ya raagoota tante fit'e, fulla sorio irati sii baasani ch'ach'absani; naa ch'allati hafe, ammalle nale ijeesu fed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii “Aabboo! Warrii ya raagoota tantee fixee, fulaa sooriyoo irraatti sii baasan cacabsee; na callaatti hafe, ammallee nallee ijeessu fedhan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gooftaa'a! raattota kee hin ajjeessan; hulee ciinca'aa keellee hin diigan; anillee hojja kiyyatti hafe; nallee ajjeesu'uuf na soqa'aaran»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Goofta'a! raattota keelee hin ajjeessan, hulee ciinca'aa keellee hin diigan; anillee hojja kiyyatti hafe; nallee ajjeessu'uuf na soqa'aaran»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Eliyaas, «Yaa Gooftaa! Nabiyyoota tee ni ajjeesan, furddoota kee'llee ni diigan, ana qofatu hafe, ana'llee ana ajjeesu'uuf ni barbaadan» jedhee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Gootta'a! Isaan raagota teeti ijjeesaneeran, addee ciinca'aa keeti diiganeeran; na qofatti hafe; lubbuu tiyyalle barbaadiisatti jiran» jedha.