Romans 11:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin worri Yihudoota hin te'in kanaan dura worra Waaqaaf hin ajajanne; amma ammoo worri Yihudootaa waan ajajamuu didaneef isin marartii Waaqaa dhaggattane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani gochiti d'ibiini duri Waaqa diddani, amma ya naasu Waaqa argattani maro Yahudiini diddeefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan gochitii dhibiin durii Waaqaa diddan, amma ammoo marroo Yihudiin diddeef, ya naasuu Waaqaa argattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee akkuma Rabbiif dura hin ajajamne amma ammo sababaa ajajamu dhabuu keessaniitiin akkuma dhiifamsa argattan,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isinillee dura Rabbiif akkuma hin ajajamne amma ammoo sababaa ajajamu dhabuu keessaniitiin dhiifamsa akkuma argatan,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin Ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne duranaan worra Waaqaaf hin ajajaminne ni turttan, amma garuu waayee ajajamuu dhabuu Yihudotaatiin, isin dhiifama Waaqaa argattanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri Yihudoota hin te'in kanaan dura worra Waaqaaf hin ajajanne; amma ammoo worri Yihudootaa waan ajajamuu didaneef isin marartii Waaqaa dhaggattane.