Romans 11:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma isin marartii dhaggattane, isaaniille marartii dhaggatiisaaf, amma ka Waaqaaf hin ajajanne te'aneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma, waan isani naasu argattaniifi, Yahudiini amma Waaqa ch'aqasu diddi, aka worrileeni amma naasu Waaqa argatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasuma, waan isan naasuu argattaniif, Yihudiin amma Waaqaa caqasuu didde, akka warriilleen amma naasuu Waaqaa argatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma araara barattaniin isaanillee akkasuma araara akka argatan kunniinillee akkasuma amma hin ajajamne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma araara barattaniin isaanillee akkasuma araara akka argatan kunniinillee akkasuma amma hin ajajamne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bifuma isin dhiifama ittiin argattaniin isaan'llee dhiifama akka argataniif, isaan amma Waaqaaf worra hin ajajamnne, ta'anii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma isin marartii dhaggattane, isaaniille marartii dhaggatiisaaf, amma ka Waaqaaf hin ajajanne te'aneeran.