Romans 11:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi nama maraaf marartii mudhisiisaaf jedhee, ajajamuu diduu jalatti kolbaan mara ta hidhante akka teetu godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Waaqi nama ch'ufa ya ch'ubbu worraa keesati hid'e aka nama ch'ufaa nahu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif Waaqii ya akka ilmee namaa cufaa na'u, nama cufaa cubbuu warraa keessaatti hidhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi maraafuu dhiisu'uuf ajajamuu diduu isaanii jalatti namoota maraa akka booji'aman godhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi maraafuu dhiisu'uuf ajajamuu diduu isaanii jalatti, namoota maraa akka booji'aman godhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni dhiifama isaa nama maraatti muldhisu'uuf jecha, namoota maraa harka diddummaa isaaniitiin hidhamttoota akka ta'an, isaan ni taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi nama maraaf marartii mudhisiisaaf jedhee, ajajamuu diduu jalatti kolbaan mara ta hidhante akka teetu godhe.