Romans 11:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barreeffam Woyyichi, “Yaada Gootta'aa eentu beeka? Yookiin eentu gorsa isaaf kennu'uu dande'a ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma t'aafiini jettu: Eentu qalbi Aabbo beekha? Eentu dandae isa gorsa?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma barreessiin jeettuu: “Eentu qalbii Aabboo beeka? Eentu danda'ee isa gorsa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kitaabni Woyyuun «Yaada Goofta'aa ka beeku eennu? Yookaan ka isa gorsu eennu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kitaabni Woyyuun «Yaada Goofta'aa ka beeku eennu? Yookiin ka isa gorsu eennu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaada Goofta'aa ka beeku eennu? «Gorssaa isaa ka ta'u hoo eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreeffam Woyyichi, «Yaada Gootta'aa eentu beeka? Yookiin eentu gorsa isaaf kennu'uu dande'a ree?