Romans 11:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yookiin akka inni deebisee isaaf kennuuf, eentu kennansa Waaqaaf kenneera ree?” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eentu taka woi isaa kenne, aka inni galata deebisuufi?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eentu takka akka innii galata deebisuuf wa isaa kenne?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yookaan ka Rabbii liqeessee liqaa san fudhatu eennu? dura ka isatti kenne eennu?» jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yookiin ka Rabbii liqeessee liqaa san fudhatu eennu? dura ka isatti kenne eennu?» jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqaaf ka liqeessuu fi ka liqeesseef'llee ka fudhatu, eennu?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yookiin akka inni deebisee isaaf kennuuf, eentu kennansa Waaqaaf kenneera ree?» jedha.