Romans 11:36 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille wonni maraa isaan dadamee, karaa isaatii fi isaaf jiraata. Ulfinni haga bara baraa isaaf te'u! Ameen!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ch'ufa isati uume, wonti ch'ufti maro isaatiifi jirti, ammalle isaani jirti. Guddinni gara Waaqa haga hegerile ha jiraatuuti! Amini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan cufaa isaatti uume, wantii cuftii marroo isaatiif jirti, ammallee isaan jirti. Guddinnii gara Waaqaa haga hegeriillee ha jiraatuuti!” Ee'e jenne!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maruu isa irraa; isaan; isaaf waan ta'eef bara baraan isaaf ulfinni haa ta'u! Amiin!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maruu isarraa, isaan, isaaf waan ta'eef, bara baraan isaaf ulfinni haata'u! Amiin!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonitti marrinuu ka argame isa irraa, isaan, isaaf, bara baraan ulfinni haa ta'u! Ameen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille wonni maraa isaan dadamee, karaa isaatii fi isaaf jiraata. Ulfinni haga bara baraa isaaf te'u! Ameen!