Romans 11:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Fooyati isaa waan isaan hujaneeranu irratti adoo hin te'in, badhaadha isaa irratti hundaya. Yoo fooyati Waaqaa waan kolbaan hujju irratti hundaye, badhaadhi isaa badhaadha dhuga'aa te'uu hin dande'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fohachaani isaa waan naasu isaati, waan worri ufiini tolfateeniti. Yo fohachaani Waaqa waan nami tolchu barbaadde, yoosi naasuuni isaa d'uganiti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Foohachaan isaa waan warrii ufiin tolfateenittii, waan naassuu isaat; yo foohachaan Waaqaa waan namii tolchuu barbaaddee, yoos naassuun isaa dhuganiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo badhaadhaan ta'e ammo huji'iin ta'uun isaa hafeera; yookaan ammo badhaadhinni badhaadha ta'uun isaa hafeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo badhaadhaan ta'e ammoo huji'iin ta'uun isaa hafeera; yookaan ammoo badhaadhinni badhaadha ta'uun isaa hafeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Filannoon kennaa isaa ka bilisaatiin yoo ta'e, huji'iinii miti jechu'u, huji'iin yoo ta'e ammoo, kennaan isaa ka bilisaa gati dhabeessa ni ta'a ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fooyati isaa waan isaan hujaneeranu irratti adoo hin te'in, badhaadha isaa irratti hundaya. Yoo fooyati Waaqaa waan kolbaan hujju irratti hundaye, badhaadhi isaa badhaadha dhuga'aa te'uu hin dande'u.