Romans 11:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maan te'ina ree? Kolbaan Israa'elii waan barbaaddu hin dhagganne. Worri dhaggatane worra diqqaa Waaqi fooyate qofaayyu; worri kuun waamicha Waaqaatiif gurra duudane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maani re? Gochiti Israeli waan barbaadde inarganne. Gumi diqo toko ta Waaqi fohateti waan barbaadde arge; jari kaani ch'ufti yaamicha Waaqati duudaa tahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maan ree? Gochii Israa'eli waan barbaadde hin arganne; gumii diqqoo tokko ta Waaqii foohatetti waan barbaadde arge; jarrii kaan cuftii yaamicha Waaqaatti dudaa ta'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu maal ta'inna? Israa'el waan barbaadan hin arganne. Worri filataman ammo argataniiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu maal ta'inna? Israa'el waan barbaadan hin arganne. Worri filataman ammoo argataniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa, bu'aan isaa maal ta'e? Israa'eeloonni waan barbaadan hin arganne, worri filataman garuu waan barbaadan ni argatan, worri hafan onnee isaanii ni jabeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maan te'inna ree? Kolbaan Israa'elii waan barbaaddu hin dhagganne. Worri dhaggatane worra diqqaa Waaqi fooyate qofaayyu; worri kuun waamicha Waaqaatiif gurra duudane.