Romans 11:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tunille tama Barreeffam Woyyichi, “Waaqi qalbi'ii fi gadhaa isaanii dilleesse; haga adhaalle ilaan hin dhagganu; gurralle'een hin dhage'anu” jedhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma t'aafiini jettu, Waaqi ya qalbifi garaa worrale daalleese; guyya kanale ilaani lafa inargani, gurraleeni woma ind'agayani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma baarreessin jettuu waaqii ya qalbii fi garaa warraallee daalleesse; guyyaa kanaallee ilaan lafa hinargan, gurraalleen homaa hindhagayan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma barreeffamni woyyuun jedhu, «Kuuwwanillee hadoodaniiran; akkasuma ijji isaanii akka hin argine; gurrii isaaniillee akka hin dhageenne, Rabbi haga adhaatitti hafuura hirribaa isaanii kenne»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma barreeffamni woyyuun jedhu, «Kuuwwanillee hadoodaniiran, akkasuma ijji isaanii akka hin argine; gurrii isaaniillee akka hin dhageenne, Rabbi haga adhaatitti hafuura hirribaa isaanii kenne»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee, «Waaqinni onnee isaanii ni hadoochise, kanaaf haga adhaa titti ija isaaniitiin hin argan, gurri isaanii'llee hin dhagayan» jedhamee akkuma barreeffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tunille tama Barreeffam Woyyichi, «Waaqi qalbi'ii fi gadhaa isaanii dilleesse; haga adhaalle ilaan hin dhagganu; gurralle'een hin dhage'anu» jedhu.