Romans 11:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Daawwitille, “Qoriin isaanii tiyyoo qadduu fi gufuu itti teetee isaan farrisiittu;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Daudiini waan jed'u, Jila worra keesati worra qaqabani hid'inna, ha jiganiti, ha gaargalchaniti!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee Daawit akkasuma, “Jila warraa keessaatti warra qaqabanii hidhinna, ha jiganitii, ha gaargalchaniiti;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee, «Nyaanni isaanii siiboo nama qabu, boollaa fi gufuu isaanitti haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daawitillee, «Nyaanni isaanii siiboo nama qabu, boollaa fi gufuu isaanitti haata'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Daawiit'llee, «Nyaanni isaanii siibo'oo nama qabu, boolla nama kuffisu'llee ta'ee isaan haa makkaraarssu! wonitti badaan raawwatan, mataa isaanii irra haa gayu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille, «Qoriin isaanii tiyyoo qadduu fi gufuu itti teetee isaan farrisiittu.