Romans 12:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre obboleeyyan tiyya! Namummaa keessan, ciincaa Waaqa gammachisu, jiraata'aa fi woyyicha gootanee akka dhikeessitanu, marartii Waaqaatiin isin kadhadha; waaqeffannaan dhugittiin isii tana.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi oboleyaani tiyya maro naasu Waaqa guddotiifi anini isani kad'ad'a; aka sorio jirtu Waaqaa ufi baasa huji isaa hojad'a isa gammachiisa. Tunini aada d'ugaa ta isani tolfachuu maltani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf obboleyyaan tiyya marroo naasuu Waaqaa guddootiif anin isan kadhadhaa, akka sooriyyoo jirtuu Waaqaa ufi baasaa, hujii isaa hojjadhaa isa gammachiisa. Tunin aadaa dhugaa isan tolfachuu maltan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu Obboleeyyan tiyya! Nafti keessan ka Rabbiin gammachiisuu fi ciincaa jiraataa gootanii akka dhiyeessitan, gara laafummaa Rabbiitiin isin kadhadha. Innillee tajaajila keessan ka sammuu namaatiif tolu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu Obboleeyyan tiyya! Nafti keessan ka Rabbiin gammachiisuu fi ciincaa jiraataa gootanii akka dhiyeessitan, gara laafummaa Rabbiitiin isin kadhadha. Innillee tajaajila keessan ka sammuu namaatiif tolu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa yaa obboleeyyan! Waaqa ka gammachiisu, jiraata'aa fi kitimaa qulqullaawome qabu taasfittanii gara qabddan mara akka dhiyeesitaniif, maqaa Waaqa dhiifama taasisa'aatiin isin ni kadhadha, kun'llee ka qajeelluma dhiyeessuun isin irraa malu qabu, dhugaalessa tajaajila Waaqaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre obboleeyyan tiyya! Namummaa keessan, ciincaa Waaqa gammachiisu, jiraata'aa fi woyyicha gootanee akka dhikeessitanu, marartii Waaqaatiin isin kadhadha; waaqonfannaan dhugittiin isii tana.