Romans 12:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akka obboleeyyanii o'isa'aatii wol jaalladha'a; ulfinna woliif kenniisaaf wol doggoma'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka oboleyaani Kristo keesa woli jaalad'a, ammalle woli ch'eera.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka obboleeyyaan Kiristoo wali jaaladhaa, ammallee walii ceeraa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalala obbolumma'aatiin wol jaaladhaa'a; Wol kabajjaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalala obbolumma'aatiin isin wol jaaladhaa'a; Wol kabajjaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ufii keessan jaalala obboleeyyumma'aatiin wol jaaladhaa, ufii keessanii'llee wol kabaju'uuf wol dorgomaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka obboleeyyanii o'isa'aatii wol jaaladha'a; ulfinna woliif kenniisaaf wol doggoma'a.