Romans 12:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jabaadha'aa huja'a malee, gadhee hin te'ina'a. Ayyaana finiineen Goottaa tajaajila'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka dansa hojad'a, ufuma intataiina. Garaa owaani Aabbo hojad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ufumaa hintataa'inaa akka dansaa hojjadhaa. Garaa oowaan Aabboo hojjadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huji'itti jabaadhaa malee hin ceem'inaa'a; worra Ayyaanaan oo'itan ta'aa'a Goofta'aa ajajamaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Huji'itti jabaadhaa malee, hin ceem'inaa'a; worra Ayyaanaan oo'itan ta'aa'a Goofta'aaf ajajamaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
uduu hin dadhabin hafuura oo'e horddofu'uun Gooftaa tajaajilaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jabaadha'aa huja'a malee, gadhee hin te'ina'a. Ayyaana finiineen Goottaa tajaajila'a.