Romans 12:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan Waaqaa wo dhaddee yenna rakkatu waan qaddanu isaan woliin qoodama'a; keessummoota fudhadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan qabdaniini oboleyaani gaargala qabdu qarqaara. Worra keesaniti keessuma bulcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan qabdaniin obboleeyyaan rakkinna qabdu qarqaaraa! Warra keessaniitti keessumaa bulchaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woyyoota waan barbaachisuun gargaaraa'a; keessummoota simachu'uun jabaadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woyyoota waan barbaachisuun gargaaraa'a; keessummoota simachu'uun jabaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amanttoota obboleeyyan ta'an rakkinna isaaniitiin isaan gargaaraa, keessumumma'aan worra dhufan'llee ufitti fudhadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Waaqaa wo dhaddee yennaa rakkatu waan qaddanu isaan woliin qoodama'a; keessummoota fudhadha'a.