Romans 12:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra isin miidhu eebbisa'a; eebbisa'a malee hin abaarina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra isani gaargalchu eebisa; ee, eebisa, inabaariina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra isan gaargalchu eebbisaa malee hinabaarinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isin ari'an eebbisaa malee hin abaarinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra isin ari'an eebbisaa malee, hin abaarinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worra isin ari'an'llee eebbissaa, eebbisaa malee isaan hin abaarnaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra isin miidhu eebbisa'a; eebbisa'a malee hin abaarina'a.