Romans 12:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra gammadu woliin gammada'a; worra booyu woliin booya'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra gammadu woliini gammada, worra bohu woliini boha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra gammadu waliin gammadaa; warra boo'u waliin boo'aa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra gammadan woliin gammadaa'a; ka booyu woliinillee booyaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra gammadan woliin gammadaa'a; ka boyu woliinillee booyaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worra gammadan woliin gammadaa, ka booyan woliin'llee booyaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra gammadu woliin gammada'a; worra bowu woliin bowa'a.