Romans 12:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Fuula nama maraa duratti waan dansaa godha'a malee, yenna namooti hantuu isin irratti hujanu, isinille deebittanee hantuu itti hin hujina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami waan hamtu isani tolche waan hamtu isa intolchiina. Waan nami ch'ufti dansa sehu ch'alla tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo namii waan hamtuu isan tolche waan hamtuu isa hintolchiinaa! Waan namii cuftii dansaa se'u callaa tolchaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee hamaa dubbate'eef hamaa itti hin deebisinaa'a; nama maraa afo'otti waan mishaa yaadaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee hamaa dubbate'eef hamaa itti hin deebisinaa'a; nama maraa afo'otti waan mishaa yaadaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nama mara duranatti waan mishaa ta'e raawwadhaa malee, namoonni waan hamaa yoo isin irratti raawwatan, isin'llee deebifittanii waan hamaa isaan irratti hin raawwatinaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fuula nama maraa duratti waan dansaa godha'a malee, yennaa namooti hantuu isin irratti hujanu, isinille deebittanee hantuu itti hin hujina'a.