Romans 12:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Addee haluu baatu, akkuma Barreeffam Woyyichi, “Diinni keeti yoo beelote, nyaachis, yoo dheebote obaas; Yoo akkas goote qaani'iin akka gubatu goota” jedhu tolchi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo akuma t'aafiini jettu: Yo nyaapi kanke beela qabaate, nyaachisi; yo inni d'eebu qabaate, bisaani obaasi; yo waan kana tolchite, ch'ile owitu mata isaa gubbati guurta.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo fulaa tokkootti: “Yo nyaaphii kankee beela qabaate, nyaachis; yo innii dheebuu qabaate, bisaan obaas! Yo waan kana tolchite, cilee oowituu mataa isaa gubbatti guurta” wantii jedhaa la barreefamte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Diinni kee yoo beelaye nyaachisi; yoo dheebote obaasi; kana godhuu keetiin barbadaa ibiddaa mataa isaa irratti waan tuultuuf.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Diinni kee yoo beelaye nyaachisi; yoo dheebote obaasi; kana godhuu keetiin barbadaa ibiddaa mataa isaa irratti waan tuultuuf»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee kanaa fudhachuu irra diinni kee yoo beelaye nyaachisiin, yoo dheebote'llee obaasiin, kana yoo raawwatte ibidda saalfi'iitiin ni gubddaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee haluu baatu, akkuma Barreeffam Woyyichi, «Diinni keeti yoo beelote, nyaachis, yoo dheebote obaas; Yoo akkas goote qaani'iin akka gubatu goota» jedhu tolchi.