Romans 12:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Marre nuutille, adoo hedduu teenee jirruu, Kiristoosiin nafa tokkocha; mitikoota nafa tokkochaa akkuma teenetti wol qabanneerra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma ato nu nama heddule taane, Kristo keesa nuuni ch'ufti nama toko, ammalle akuma mitaani nafa ch'ufti wolti ejitu, nuleeni wolti ejina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasumaa nulleen adoo nama hedduu taaneellee, Kiristoo keessa nuun cuftii nama tokko, ammallee akkuma mittaan nafaa cuftii walti ejitu, nulleen walti ejjina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma nu heddu taanee karaa Kiristoosiitiin nu nafa tokko. Nu maruu qaama woliiti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma nu heddu taanee karaa Kiristoosiitiin nu nafa tokko. Nu marti keenna qaama woliitti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana nu baayi'eewwan taanee uduma jirru Kristosiin qaama tokko, kutaalee qaama tokkoo akka ta'uu keennaatiin'llee, ufii keennaa wolitti maraaramnnee jirra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre nuutille, adoo hedduu teenee jirruu, Kiristoosiin nafa tokkocha; mitikoota nafa tokkochaa akkuma teenetti wol qabanneerra.