Romans 12:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
kennansi keenna worra dhibii tajaajiluu yoo te'e, jabaannee tajaajjiluu ti; kennansi keenna barsiisiisa yoo te'e, akka maltetti barsiinnuu ti;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo namaa hojanne, aka dansa hojachu malle. Yo nama barsiimne, aka dansa barsiisu malle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo namaa hojjanne, akka dansaa hojjachuu malle! Yo nama barsiimnee, akka dansaa barsiisuu malle!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tajaajila yoo ta'e, tajaajila keennaan haa jabaannuu; ka barsiisullee yoo ta'e, barsiisuu ufiitiin haa jabaatuu;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Tajaajila yoo ta'e, tajaajila keennan haa jabaannuu; ka barsiisullee yoo ta'e, barsiisuu isaatiin haa jabaatuu;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kennaan teenna kaanniin tajaajiluu yoo ta'e, jabaatiinssaan haa tajaajilluu, kennaan teenna barsiisuu yoo ta'e, akka ta'utti haa barsiifinnu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kennansi keenna worra dhibii tajaajiluu yoo te'e, jabaannee tajaajilluu ti; kennansi keenna barsiisiisa yoo te'e, akka maltetti barsiinnuu ti;