Romans 12:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalalli keessan dhugaameessa te'uu ti. Waan hantuu jibba'a; waan dansaa jabeessa'aa qabadha'a;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalalti ha waan d'ugaa taatuuti. Waan hamtu jibba, waan dansa jabeesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaalaltii ha waan dhugaa taatuutii. Waan hamtuu jibba, waan dansaa jabeessaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalitti teessan uf mudhisu'uun hin ta'in. Waan hamaa jibbaa'a; waan misha'aan wolii galaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalalitti teessan uf mudhisu'uun hin ta'in. Waan hamaa jibba'aa, waan misha'an wolii galaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fakkeessitummaa ka hin qabnne jaalala dhuga'aa qabaadhaa, waan hamaa jibbaa, waan mishaa horddofaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalli keessan dhugaamessa te'uu ti. Waan hantuu jibba'a; waan dansaa jabeessa'aa qabadha'a;