Romans 13:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaan isin hirriibaa dammaxxanu akka geetteertu waan beettanuuf, tana godhuu qaddan. Sababille yennaa itti dhugeeffanne caalaa guyyaan itti fayyinu amma gara keenna dhikaateera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana tolchu maltani, waan saati beetaniifi: hojjaani isani hiriiba keesaa kaatani ya geete. Hojjaani nu baafamnu ya haga qara nu d'ugefanne ira gadi d'iaatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan saatii beetaniif waan kana tolchuu maltan; yoo'ii isan hirriiba keessaa kaatan ya ga'e. Yo'ii nu baafamnu ya haga qara nu dhugeeffanne irra gad dhi'aate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaan hirribaa kaatan amma akka gaye bara beekaa'a, hennaa amanne caalaa fayyuun keenna adha gara keenna waan dhiyaateef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaan hirribaa kaatan amma akka gaye bara beekaa'a, hennaa amanne caalaa fayyuun keenna adha gara keenna waan dhiyaateef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa hirribaa saa'aatiin itti dammaxxan amma gayuu isaa beekaa, duraan yeroo itti amanne irra amma guyyaan itti fayyinu caala'atti, gara keenna dhiyaatee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan isin hirriibaa dammaxxanu akka geetteertu waan beettanuuf, tana godhuu qaddan. Sababille yennaa itti dhugeeffanne caalaa guyyaan itti fayyinu amma gara keenna dhikaateera.