Romans 13:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Halkan dabariisa geyeera; guyyaalle dhikaateera. Tanaaf kowa'a hujii dukkanaa lakkinnee, meya woraanaa ka ifaa uffanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkani ya ala hobaani, lafti diquma imbariini. Waan dukana lakisu malle. Miha lola ka ifsa naqachu malle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Halkan ya alaa hobbaan, laftii diqqumaa hinbariin; waan dukkanaa lakkisuu malle; mi'a lolaa ka ibsee naqachuu malle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halkan lufeera; guyyaanillee dhiyaateera; eegasuu hujii dukkanaa mulqannee wontee ifa woraanaa haa uffannuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Halkan lufeera, guyyaanillee dhiyaatera, eegasuu hujii dukkanaa mulqannee, wontee ifa woraanaa haa uffannuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Halkan dabrra'aa jira, guyyaan'llee dhiyaatee jira, kanaaf hujii dukkanaan hojjatamu akka dhiisuuf, meeshaa woraanaa ka ifaa haa uffannuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkan dabariisa geyeera; guyyaalle dhikaateera. Tanaaf kowa'a hujii dukkanaa lakkinnee, meya woraanaa ka ifaa uffanna.