Romans 13:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akka kolbaa ifa guyya'aa keessa leetuutitti, amala keenna miidhaffannuu ti malee, quufanee ficiqqisu'uun yookiin machi'iin, sagaagalaan yookiin fariisa'aan, lolaan yookiin hinaaffa'aan hin te'in.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Adaba dansaani deema, aka nama ifsa guyya keesa deemu. farso d'ugitiifi machifi, foko d'abaafi woldidiisafi qot'e lakimna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka nama ebisee guyyaa keessa deemuu adaba dansaan deemaa; farsoo dhugitii, machii, fokki dhaba, waldidiisaa fi qoxxee lakkimnaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka nama ifa guyya'aa keessa jiraatuutitti seeraan haa jiraannuu malee, sirbaa fi machi'iin hin ta'in; seebaru'uu fi wol qirqissuun hin ta'in.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka nama ifa guyya'aa keessa jiraatuutitti seeraan haa jiraannuu malee, sirbaa fi machi'iin hin ta'in; seebaru'uu fi wol qirqissuun hin ta'in.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gammachuu haga dhabeen, machi'iin, sagaagalaa fi wiriqachu'uun, wol mormiinssaa fi hinaaffa'aan uduu hin ta'in, akka namoota ifa guyya'aatiin jiraatanii titti, ufi toowanna'aan haa dedeebinuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kolbaa ifa guyya'aa keessa leetuutitti, amala keenna miidhaffannuu ti malee, quufanee ficiqqisu'uun yookiin machi'iin, sagaagalaan yookiin fariisa'aan, lolaan yookiin hinaaffa'aan hin te'in.