Romans 13:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Goottaa Yesuus Kiristoos akka woya'aa uffadha'a malee, halchaa foonii guutatiisaaf hin yaadatina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo miha lola ka Aabbo Yeso Kristo keyad'a, adaba keesani ka daba, ka d'araa nafa keesani quufsu lakisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo mi'a lolaa ka Aabboo Yesus Kiristoo keeyyadha; adaba keessan ka dabaa, ka dharraa nafa keessanii quufsuu lakkisaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin uffadhaa'a; akka fedha ufii hin raawwanne, fooniif hin yaadinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin uffadhaa'a; akka fedha ufii hin raawwanne, fooniif hin yaadinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Gooftaa Yesus Kristosiin uffadhaanii malee, fedhii foon keessan guutu'uuf, hin yaadinaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaa Yesuus Kiristoos akka woya'aa uffadha'a malee, halchaa foonii guutatiisaaf hin yaadatina'a.