Romans 13:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf nami worra baallii qabu mormu, waan Waaqi ajaje morma; nami mormulle muraa ifi irratti fida.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami jara wo fidu suni didu waan Waaqi tolche dida; nami waan kana tolchu qorsuma ufitiini d'ufa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii jara wa fidu sun didu waan Waaqii tolche dida; namii waan kana tolchu murtii ufitiin dhufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ka worra baallii qabuun mormu seera Rabbii morma; Worri seera Rabbii mormu murtee ufitti fida.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu worra baallii qabuun ka mormu, seera Rabbii morma; Worri seera Rabbii mormu murtee ufitti fida.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf nama aangoo qabuun ka mormmuu marrinuu, ajaja Waaqaatiin ni mormma, ka hin ajajaminne marri'llee mataa isaa irratti, murtii adabbi'ii ni fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf nami worra baallii qabu mormu, waan Waaqi ajaje morma; nami mormulle muraa ifi irratti fida.