Romans 13:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf nami adabbii Waaqaa qofaaf adoo hin te'in, sababa wodana'aatiif jedhee worra baallii qabuuf ajajamuu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi jara lafa fidu ch'aqasu maltani — maro dalansu Waaqa ch'allaaniti ammo maro herega garaatiifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf namii marroo dallansuu Waaqaa callaaf adoo hinta'in, marroo herrega garaa ufiitiifii jara lafa fidu caqasuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu waan dheekkamsaa calla'aa miti. Haa ta'uu ammo akkasuma yaada sammu'uutiif bitamuunillee giddi'i.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu waan dheekkamsaa calla'aa miti. Haata'uu ammoo akkasuma yaada sammu'uutiif bitamuunillee giddi'i.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf namoota Mootumma'aa ka aangoo qabaniif, ajajamuun isin irraa ni mala, ka ajajamittan'llee dheekkamssi Waaqaa waayee sodaachu'uu qofaaf uduu hin ta'in, waan sammuun keessan isin comatuuf ta'uu ni qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf nami adabbii Waaqaa qofaaf adoo hin te'in, sababa wodana'aatiif jedhee worra baallii qabuuf ajajamuu qaba.