Romans 13:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin tanaaf gibiralle gabbartan; worri baallii qabulle yennaa waan kana hujii irra oolchu Waaqaaf hujiisatti jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi isani gibira baaftani; wonti akanatiifi jari wo fidu kunini, yo hojatu, Waaqaa hojachu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif isan gibira baaftan; wantii akkanaatiif jarii wa fidu kunin, yo hojjatu Waaqaa hojjachuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu akkasuma gibirallee waan gabbartaniif worri waan kanaan jabaatan tajaajiltoota Rabbii waan ta'aniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu akkasuma gibirallee waan gabbartaniif worri waan kanaan jabaatan tajaajiltoota Rabbii waan ta'aniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gibira ka kafalttan'llee kanaaf, worri aangoo qaban hujii kana irratti ka bobba'an, Waaqa tajaajilu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin tanaaf gibiralle gabbartan; worri baallii qabulle yennaa waan kana hujii irra oolchu Waaqaaf hujiisatti jira.