Romans 13:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan isaan isin irraa dhaggachu'uuf malane, kenna'aaf; ka gibirri maleef gibira, ka qaraxi maleef qaraxa, ka sodaan malteef sodaa, ka ulfinni maleef ulfinna kenna'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi waan worraa baasu malani baasa; damoosafi gibira baasa, guddinnaafi ulfinna worra ch'ufa agarsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf waan warraa baasuu malan cufaa baasaaf; ka damoosaa baasuufii malan dammoossa, ka gibira baasuufii malan gibira, ka guddinnaa kennuufii malan guddinna, ka ulfinna kennuufii malan ulfinna kennaaf!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maraafuu waan isaaniif barbaachisu isaanii kenna; ka gibirri maleef gibira, ka qarandhi maleef qaraxa; ka sodaatamuu barbaachisu sodaa'a; ka ulfinni maleef ulfinna kennaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maraafuu waan isaaniif barbaachisu isaanii kenna, ka gibirri maleef gibira, ka qarandhi maleef qaraxa, ka sodaatamuu barbaachisu sodaa'a, ka ulfinni maleef ulfinna kennaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa nama aangoo qabu ka ol aanaa ta'eef raawwatamuu waan qabu maraa raawwdhaa, gibirri ka isaan maluuf gibira, ashuuraan ka isaan maluuf ashuuraa kafalaa, sodaachuun ka maluuf sodaachuu, ulfinni ka maluuf ulfinna kennaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan isaan isin irraa dhaggachu'uuf malane, kenna'aaf; ka gibirri maleef gibira, ka qaraxi maleef qaraxa, ka sodaan malteef sodaa, ka ulfinni maleef ulfinna kenna'a.