Romans 14:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nama dhugeeffanna'aan dadhabeeru ifitti qabadha'a malee, yaada isaa irratti isa woliin hin mormina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama d'ugefacha laaftu qabu indidiina, ammo waan inni jed'u imorminaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama dhugeeffachaa laaftuu qabu ufiitti qabaa malee waan innii jedhu hinmorminaan!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama amanti'iin dadhabellee ufitti qabaa'a; yaada isaa irratti hin murteessinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nama amanta'aan dadhabellee ufitti qabaa'a; yaada isa irratti hin murteessinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin jiddu'utti amantii isaatiin nama dadhabaa ta'e ufitti fudhadha'aanii malee, yaada isaa irratti mormmii hin kaasinaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama dhugeeffanna'aan dadhabeeru ifitti qabadha'a malee, yaada isaa irratti isa woliin hin mormina'a.