Romans 14:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan nyaattuun obboleessa keeti ka miitu yoo teete, ati nama jaalalaan le'uu moti. Sagaleen ati nyaattu nama Kiristoos du'eef sababa badi'ii akka teetu hin godhin.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo wonti atini nyaatuu oboleesa kanke d'ukubsite, jaalalti si keesa injirtu. Sagaleeni atini nyaattu nama Kristoni duefi imballeesini!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo wantii atin nyaatuu obboleessa kankee dhukkubsitee, jaalaltii si keessa hinjirtu. Sagaleen atin nyaattu nama Kiristoon du'eef hinballeessin!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa nyaataatiif jettee Obboleessa kee yoo ka gaddisiiftu taate eegasuu jaalalaan hin jiraanne. Nama Kiristoos du'eef nyaataaf jettee hin balleessin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa nyaataatiif jettee Obbolleessaa kee yoo ka gaddisiiftu taate, eegasuu jaalalaan hin jiraanne. Nama Kiristoos du'eef nyaataaf jettee hin balleessiiniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ati waayee nyaata nyaatuun obboleessa keetitti gufuu yoo taate jaalalaan ka jiraatuu miti, kanaaf nama Kristos isaa du'eef waayee nyaata nyaatuun, akka badu hin taasisin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan nyaattuun obboleessa keeti ka miitu yoo teete, ati nama jaalalaan le'uu moti. Sagaleen ati nyaattu nama Kiristoos du'eef sababa badi'ii akka teetu hin godhin.