Romans 14:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan isin akka waan dansa'aatitti herreddanu maqaan badaan itti hin kennamin.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti atini waan dansa seetu maqa hama inhoratiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii atin waan dansaa seetu maqaa hamaa hinhoratiin!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu wonti mishaan isin keessa jiru hin arrabamin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu wonti mishaan isin keessa jiru hin arrabamin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa isin biratti waan mishaa ta'e, kuunniin akka ashaniin hin taasisinaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan isin akka waan dansa'aatitti herreddanu maqaan badaan itti hin kennamin.