Romans 14:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Mootummaan Waaqaa mootummaa balchumma'aa, nageyaatii fi gammada Ayyaanni Woyyichi kennuu ti malee, mootummaa nyaataatii fi uniisaatii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Finni Waaqa waan nyaatani d'uganiiniti, ammo d'ugaafi nagayafi gammada Lubbuuni Qulqullooni namaa kennitu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif mootummaan Waaqaa waan nyaatanii dhuganiinitii, ammoo dhugaa, nagayaa fi gammada hafuurii qulqulloon namaa kennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jeennanni Rabbii qajeellumma'aa fi nagaya gammachuu Ayyaana Woyyu'uuti malee, nyaataa fi dhuddoo waan hin taaneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jeennanni Rabbii qajeellumma'aa fi nagaya gammachuu Ayyaana Woyyu'uuti malee, nyaataa fi dhuddoo waan hin taaneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mootummaan Waaqaa qulqullaawoma Hafuura Qulqullu'uun argamu, nagayaa fi gammachu'uuti malee, waayee nyaataatii fi dhugaati'iitii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootummaan Waaqaa mootummaa balchumma'aa, nageyaatii fi gammada Ayyaanni Woyyichi kennuu ti malee, mootummaa nyaataatii fi uniisaatii moti.