Romans 14:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami akka kanaan Kiristoos tajaajilu, Waaqa gammachiisa, namoota biralle'etti fudhatama dhaggata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami kara kana gula Kristo hojatu Waaqa gammachiise namale quufsa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii karaa kana gula Kiristoo hojjatuu Waaqaa gammachiiseetti namaallee quufsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan ka Kiristoositti bulu Rabbiin waan gammachiisuuf; nama birattillee inni ka galataati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka kanaan ka Kiristoositti bulu Rabbiin waan gammachiisuuf; nama birattillee inni ka galataati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haala kanaan Kristosiin naminni tajaajilu Waaqa ni gammachiisa, nama biratti'llee ka galateeffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami akka kanaan Kiristoos tajaajilu, Waaqa gammachiisa, namoota biralle'etti fudhatama dhaggata.