Romans 14:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami gariin dhugeeffannaa waan mara nyaachittu qaba; nami dhugeeffa'aan dadhaba'aa ammoo waan ficha'atti dhaabamu qofa nyaata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugefachaani nama toko waan ch'ufa isa inyaachifti ammo nami d'ugefacha laaftu qabu sagaluma laaftu nyaata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama tokkoo dhugeeffachaa waan cufaa isa nyaachiftu qaba, namii dhugeeffachaa laaftuu qabu ammoo dhugeeffachaa jedhee foon hin nyaatuu sagaluma laaftuu lafaa baatu nyaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan maraa nyaachuun akka eeyyamameef ka amanu hin jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan maraa nyaachuun akka eeyyamameef ka amanu hin jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fakkeennaaf naminni tokko waanuma kamiinuu nyaachu'uuf amanitii dandeesisu ni qabaata, amantii isaatiin naminni hin jabaatin garuu kuduraa qofa ni nyaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami gariin dhugeeffannaa waan mara nyaachittu qaba; nami dhugeeffanna'aan dadhaba'aa ammoo waan ficha'atti dhaabamu qofa nyaata.