Romans 14:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sagale'eef jettee, hujii Waaqaa hin diigin. Sagaleen martinuu hin nyaatanti, ammoo waan ati nyaatuun worri dhibiin gufachuun dokonkora.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sagalee jettani waan Waaqi tolche iyakina. Sagale gosa ch'ufa nyaachu malani, ammo sagale nama d'ibi daba keesa buuftu nyaachu himmalle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Sagalee jettanii waan Waaqii tolche hinyakkinaa; sagalee gosa cufaa nyaachuu malan; ammoo sagalee nama dhibii cubbuu keessa buuftu nyaachuu hin malle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa nyaataatiif hujii Rabbii hin diigin; maruu qulqullu'u; mama'aa yoo nyaatan ammo nama saniif bada'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa nyaataatiif, hujii Rabbii hin diigin; maruu qulqullu'u, mama'aa yoo nyaatan ammoo, nama saniif bada'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee nyaataatii diiguu hin qabnnu. Nyaanni marrinuu Qulqullu'u, garuu nama bira'aa nyaata gufachiisu dogoggora.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sagale'eef jettee, hujii Waaqaa hin diigin. Sagaleen martinuu hin nyaatanti, ammoo waan ati nyaatuun worri dhibiin gufachuun dokonkora.