Romans 14:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Foon nyaatuu yookiin daadhii woyni'ii unuu yookiin waan obboleessa keeti gufachiisu hujiisa dhabuun dansa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti qajeela aka foonifi daad'iifi waan d'ibi ta oboleesa kanke daba keesa buuftu lagatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan qajeeltuu akka foonii, daadhii wayniitii fi waan dhibiillee ta obboleessa kankee cubbuu keessa buusaa lagachaan fulaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan obboleessa kee gufachiisu foon nyaatuu yookaan daadhii woyini'ii dhuguu dhiisuu, waan biraallee yoo ta'e dhiisuun misha'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan obboleessa kee gufachiisu foon nyaatuu yookaan daadhii woyini'ii dhuguu dhiisuu, waan biraallee yoo ta'e dhiisuun misha'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf obboleessa kee gufachiisuu dhabu'uuf foon nyaachuu dhabuu yookiin daadhii dhuguu dhabuu, yookiin woma kamiinuu waan nama gufachiisu, raawwachuu dhabuun misha'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Foon nyaatuu yookiin daadhii woyni'ii unuu yookiin waan obboleessa keeti gufachiisu hujiisa dhabuun dansa'a.