Romans 14:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo waan kanaa dhugeeffannaa qaddu, ifii fi Waaqa oddu'utti eegadhu. Nami waan wonni kun sirri'i jedhee itti dhugeessu yennaa godhu wodanaan isaa isa hin komanne ka badhaadhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aada waan kana ta d'ugefattu ufiifi Waaqa ch'allati d'ofad'u. Ayyaana nama suni ka yo waan garaani isaa jaalatu tolche wollaala ufiiti imurre!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aadaa waan kanaa ta dhugeeffattu ufii fi Waaqaa callaatti dhoffadhu! Gammachuun ta nama suniiti, ka yo waan qajeelaa ka garaan isaa jaalatu tolche wallaala ufiiti hinmurre!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa amantiin kee kun siif Rabbii kee wadhakka'atti haa ta'uu. Namni waan itti amane hennaa godhu ka sammuun isaa isa hin qorre ka galataati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa amantiin kee kun siif Rabbii kee wadhakka'atti haata'uu. Namni waan itti amane hennaa godhu sammuun isaa isa hin qorre ka galataati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa amaatitti kee kun si'ii fi Waaqa jiddu'utti haa ta'u, dhuga'a jedhee waan itti amanu yoo raawwatu naminni sammuun isaa isa hin gilndifinne ka galateeffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo waan kanaa dhugeeffannaa qaddu, ifii fi Waaqa oddu'utti eegadhu. Nami waan wonni kun sirri'i jedhee itti dhugeessu yennaa godhu wodanaan isaa isa hin komanne ka badhaadhe.